Qerroo oromo qerroo sabaa

Qerroo oromo qerroo sabaa AMBOO KOO HANBA LAFAA

Abdu koo Abshir Rabbin Gaafa sii Guddisu barbaadu qormata namatti bayyisa male sii midhuuf miti .ATI keenna Adda qabda ....
26/07/2025

Abdu koo Abshir Rabbin Gaafa sii Guddisu barbaadu qormata namatti bayyisa male sii midhuuf miti .ATI keenna Adda qabda .namni akka keeti lubbun isaa keenne ummataf hojjeta hin jiruu Garu warri ummata saamu baraan gaafa Ati ummata keef hojjettu mataa waan dhukkubef shiraa sitti xaxani sii hidhani .Garu wanni naa arsuu hawasni Magaala ijjaji callisu isaatti Maaloo Goota keenya kanaaf sagale haa taanufi namni Kun hangaa lubbu isaattille Mootummaf fi ummata isaaf qabsayera badaa Mali balllesse hangaa kana hundaa garaa itti jabaattan . Abdun hidhamun Mootummafilee wallahi qaani guddadha .Ani siyaasa kamirralee bilisadha.haa Ta'u male namonni mqaaa badhadhinatin lubbu nama gaalafata jiraaniyyi dhifama godhamafi Abduf osoma dogogoralle qabaate Motumman dhifama gochufi malif dadhabe .Paarti badhadhina kan dhugoomse Abdu qofan Arge yeroo hawaasa isaa taajajila tureti.Kanaafu Abdu hidhuun wellahi Salphina Paarti kanati .kanafu Rabbin sodadhati dafaa nuuf hiika Goota keenya kanaa

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qerroo oromo qerroo sabaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qerroo oromo qerroo sabaa:

Share